Zero Mothers Die App (Ethiopia)
Zero Mothers Die Tekinologii bilbila haka baballisuun odeffannoo fayyaa fi gargarsa tasaa dubartota ulfaaf kennuun du’a dubartota ulfaafii daa’imman dhabamsisuun kaayyoo fi fedhii addunyaa keenyaati.
Zero Mothers Die Odeffannoo fayyaa dubartootaf, daa’immanifi ijoolleef akkasumas fayyumma ulfaa fi haala daa’imma isaani itti kununsan irratti hubannoo cimaa kennuudhaan riqicha cimaa beekumsaa fi dandetti ijaarame dubartoota ulfaa, warroota hormataf gahanii fi ogeeyyii fayyaa haaldureen irratti hormatan jiddutti uumudhan du’a haawwolii fi daa’immani addunyarratti xinneessudha.
Zero Mothers Die Fedhii walinii kan biyyoonni guddatan afirikaaf bu’uneessanni dha, galma miliniyeenii 2025 “Dubartootaa fii argama isaa” Qorannoo fi porojektii poktoorote waliigalaa, dhaabbilee furtuu ta’an kan akka, UNAIDS, Airtel, fooramii waligalaa fii ZMD wajjiin.